Chaayinaan Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa weerara awwaannisaaf oolan taasifte
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) –Chaayinaan Ityoophiyaaf deeggarsa konkolaattootaa fi meeshaalee farraa ilbiisoota weerara awwannisaa ittisuuf oolan taasisuu ishee Ministeerri Qonnaa…