Oduu biyya keessaa Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 4 laatte Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC) – Mootummaan Jaappaan, Ityoophiyaan dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsisu ittisuuf tattaaffii taasiftuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Sabbataa fi Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Sabbataa fi Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame. Hoggansii fi hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii fi dhaabbilee waamamoo,…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa qooddannaa soorataa baatii 4f turu har’a… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa qooddannaa soorataa baatii 4f turu har'a eegalchiisera. Qooddannaan nyaataa kun namoota…
Fayyaa Duulli talaallii gifiraa boorurraa kaaset laatama Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC0- Duulli talaallii gifiraa daa’imman umriin isaanii baatii 9 hanga waggaa 5 ta'aniif boorurraa kaasee kan laatamu ta'uu Biiroon Fayyaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan faayidaa biyyaa kabachiisuuf… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan dhimma Hidha Haaromsaarratti faayidaa biyyaa kabachiisuuf mari'atan. …
Balballoommii fi yaada Fiichee fi Asallaatti namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsi taasifame Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee fi godina Arsii magaalaa Asallaatti namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsi taasifame. Deeggarsichi…
Oduu biyya keessaa Karoora misoomaa waggaa 10rratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 Ityoophiyaarratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Karooricha kan qopheesse Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu xalayaadhan gaafatan. Seenaatar…
Teeknooloojii Xiyyaarrii Booyiing Maaks 737 balalii yaalii taasisuufi Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC)- Booyiing Maaks 737 balalii yaalii eegale. Xiyyaarichi har’a irraa eegalee guyyoota sadeen dhufaniif balallii yaalii ni taasisa.…
Biiznasii Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame. Dorgommii dhandhama bunaa idil addunyaa Ityoophiyaatti yeroo jalqabaatif…