Fayyaa Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa eebbifame Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Eejansiin Dhiyeessii Qoricha Ityoophiyaa mankuusaa qabbaneessaa qorichaa ijaarsisaa ture ebbisiise. Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa kun qorichoonni…
Waajabila Faanaa Barsiiftuu daa’ima ishee waggaa 1 baachuun barsiiftu Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Barsiiftuu Ayyaantuu Baldhinaa naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaalaa Yaaballoo Mana Baruumsaa Sadarka 1ffaa Daboobettii keessatti barsiisti.…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa boru xumura ni argata Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa oolmaa isaa guyyaa 5ffaan har’a dorgommiiwwan 8 xumura argataniiru. Dorgommii guddattoota umurii 16…
Biiznasii Ayyaana waggaaf meeshaaleen bu’uraa ga’aa ta’e dhiyaate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee ayyaana Qilleef meeshaalee bu’uraa ga’aa ta’e dhiyeessuu beeksise. Eejansichi…
Balballoommii fi yaada Ministeerichi qabeenya uummaamaa irratti marii gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee Muddee 24, 2012(FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa hojii qabeenya uummamaarratti magaalaa Adaamaatti marii gaggeessaa jira. Haalaa fi qabiinsa biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Tasgabbiin dhabamuun hojii humnoota hokkara uumaniiti – ministeericha Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Dhaabbilee barnoota olaanootti sababiin tasgabbiin dhabamuu shira hojii humnoota hokkara umaniiti jedhe Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo FDRI.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate. Yuunvarsiitichi Koolleejjii Qorannaa Misooma Biyyaa, Koolleejjii…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee proojaktoota ijaarraman ebbisiise Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee proojaktoota daandiiwwanii 16 fi riqaalee 7 ijaarsi isaanii xumurame ebbisiise.…
Biiznasii Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoo Kwaataar gaggeeffamuufi Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoo Kwaataar gaggeeffamuufi. Fooramichi hariiroo daldalaa biyyoota lameen gidduu jiru gara sadarkaa caalutti akka…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e waggaa 3ffaan Yaaballootti kabajamaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana sirni Gadaa Oromoo Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti hambummaan itti galmaa'e waggaa 3ffaan godina Booranaa magaalaa Yaaballootti…