Idil Addunyaa Tiraamp hospitaala ba’anii Waayit Hawusitti deebi’an Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp yaalii Covid-19f guyyaa sadii hospitaalatti erga dabarsaniin booda haala hin eegamneen Waayit Hawusitti…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa kuma 34f bishaan itti fufiinsaan dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Manneen barnootaa kuma 34f bishaan itti fufiinsaan dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Ministeera…
Fayyaa Qajeelfamni weerara vaayrasii koroonaa ittisuu ifoome Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Ministeerrii Fayyaa qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisuun lammiileen sosochii diinagdee fi hawaasummaa akka taasisan gargaaru ifoomseera.…
Ispoortii Jijjiirraa taphattootaa guyyaa xumuraan ‘Thomas Partey’ Arseenaal, ‘Facundo Pellistri’ Maanchiister… Sifen Megersa Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Fooddaan jijjiirraa taphattootaa liigoota Awrooppaa bara 2020/21 marsaaan duraa eda galgala xumurameera. Guyyaa kaleessaa ‘Thomas Partey’…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti balaa lolaa mudateen jiraattonni qayee fi qabeenya isaanitirraa buqqa’uun… Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC) - Naannoo Gaambeellaatti balaa lolaa mudateen jiraattonni qayee fi qabeenya isaanitirraa buqqa'uun ibsame. Eejansiin Ittisa Balaa fi Wabii Nyaataa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 618 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 618 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Gabaasa Ministeera Fayyaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Naannawa qilleensaa Hidha Haaromsaa Guddicha balaliinsi dhorkamuu Abbaan Taayitaa Siivil… Wabi Fufa Oct 5, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Naannawa qilleensaa Hidha Haaromsaa Guddicha balaliinsi dhorkamuu Abbaan Taayitaa Siivil Aviyeeshinii Ityoophiyaa beeksise. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Waynesheet Taaddasaa bakka bu’aa Preezdaanti Riippabiliika Demokiraatawaa Koongoo… Wabi Fufa Oct 5, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Itti Waamamaan Dhaabbii Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Waynesheet Taaddasaa bakka bu’aa Preezdaanti Riippabiliika Demokiraatawaa Koongoo Luutaadik…
Oduu biyya keessaa Dooktar liyaa Taaddasaan gareen deeggarsa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu taasisaan… Wabi Fufa Oct 5, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC)-Ministirri ministeera Fayyaa Dooktar liyaa Taaddasaan gareen deeggarsa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee…
Fayyaa Qorattoonni damee yaala Fayyaan vaayrasii Heeppaataaytas ‘c’ argatan badhaasa noobeelii moo’atan Sifen Megersa Oct 5, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Qorattoonni damee yaala Fayyaan vaayrasii Heeppaataaytas ‘c’ tiruu miidhu argatan badhaasa noobeelii 2020 moo’atan. Qorataan Briitaaniyaa Mikaa’eel…