Manni marichaa wixinee labsii yakka shororkeessummaa ittisuu fi to’achuuf dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii yakka shororkeessummaa ittisuu fi to’achuuf dhiyaate raggaasiseera.
Manni marichaa walga'ii bara hojii…