Oduu biyya keessaa Galmeen Imala Hajii bara 2018 eegale Tsehay Guluma Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Galmeen Imala Hajii bara 2018 buufataalee hundatti eegaleera. Dursaan Itti aanaa Pireezidaantii Mana Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Batree Mangistuun Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee ta’uun… Ayana Dheressa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ambaasaaddar Batree Mangistuu Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee gochuun muudaniiru.…
Oduu biyya keessaa Gadi lakkifamuu gaazii faalamaa konkolaattootarraa maddu ittisuuf qajeelfamni dirqisisaan… Tsehay Guluma Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Gadi lakkiifamuu gaazii faalamaa konkolaattootarraa mudatu ittisuuf qajeelfamni dirqiisisaan dhiheenyatti hojiirra oolaa jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabootaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa sirni Federaalaa bu’uura cimaan akka ijaaramu… Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Sabootaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa sabdaneessummaaf beekamntii kennuun sirni Federaalaa bu’uura cimaan akka ijaaramu gumaacheera jedhan Af…
Oduu biyya keessaa Heerri Mootummaa keenya saboonni, sablammoonnii fi uummattoonni aadaa, afaan, amantiifi eenyummaa… Ayana Dheressa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Sa'aadaa Abdurahamaan Heerri Mootummaa biyya keenyaa saboonni, sablammoonnii fi uummattoonni hundi walqixxummaan…
Oduu biyya keessaa Waldaalee hojii gamtaa dorgomaafi haala qabatamaa addunyaa waliin tarkaanfatan horachuun… Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Waldaalee Hojii Gamtaa dorgomaafi haala qabatamaa addunyaa waliin deeman horachuun barbaachisaadha jedhan Itti Aanaan Komishinaraa Komishiinii Waldaalee…
Teeknooloojii Giddugalli walitti fufiinsaan odeeffannoo saatalaayitii fudhatu hojii eegale Ayana Dheressa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Inistiitiyuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oospaashaalii Giddugala walitti fufiinsaan odeeffannoo saatalaayitii fudhatu hojii eegalchiise. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Kabaja guyyaa Saboota,Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree 'Waliigaltee dimookraatawaa tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Duudhaalee obbolummaa cichoomsuun gaaffilee bu’uuraa dhaloota ida’amuu deebisuuf daandii… Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Duudhaalee obbolummaa cichoomsuun gaaffilee bu'uuraa dhaloota ida'amuu deebisuuf daandii ijoodha jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…