Obbo Tasfaayee Niwaay Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Obbo Tasfaayee Niwaay Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun muudamaniiru.
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee…