Guyyaa 102 keessatti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 10 ol vaayrasii koroona du’an
Finfinnee, Eebila 4, 2012(FBC) – Guyyaa kabaja ayyaana Hiikaa bara warra Giriigooriyaanitti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 1 fi kuma10 caale.
…