Weerarri vaayrasi koroonaa dhiyeessi midhaan nyaataa irratti dhiibbaa akka hin uumneef…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasi koroonaa dhiyeessi midhaan nyaataa irratti dhiibbaa akka hin uumneef xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ministeera Qonnaa beeksise.…