Taaksiiwwanii fi Awtoobisoonni seera ba’e cabsanii argaman Birrii kuma 5 ni adabamu
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Taaksiiwwanii fi Awtoobisoonni seera ba’e cabsanii argaman Birrii kuma 5 kan adabaman ta’uu Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee beeksise.…