Oduu biyya keessaa Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan. Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa fuula Feesbuukiin…
Idil Addunyaa Sudaan Kibbaa namni jalqabaa vaayrasii koroonaa(COVID-19) qabamuu gabaaste Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Sudaan Kibbaa namni jalqabaa vaayrasii koroonaa(COVID-19) qabamuu gabaaste. Dubartiin umurii 29 biyyatti keessatti yeroo duraaf vaayrasichaan…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad hooggantoota paartilee morkattootaa waliin mari’achaa jiru Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota paartilee morkattootaa waliin dhimma vaayrasi koroonaa (COVID-19) irratti maria’chaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 5 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 5 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e. Sa'aa 24 darbetti qorannaa laaboraatoorii samuudaa namoota…
Oduu biyya keessaa yoo waliin dhaabbannee fi waldhaggeeffanne weerara vaayrasii koroonaa to’achuuf carraa ni qabna… Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Muumeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yoo waliin dhaabbannee fi waldhaggeeffanne weerara vaayrasii koroonaa to’achuuf carraa ni qabna jedhan.…
Idil Addunyaa Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kum 8 ta’an Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman kum 8 ta’an. Ardichaatti biyyoota 50 ol keessatti dhibeen kun muul’ateera. …
Biiznasii Baankichi Eebila 1-2, 2012 tajaajila hin laatu Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa Eebila 1-2, 2012 dameewwan isaa hundatti tajaajila kan hin laanne ta’uu beeksise. Baankichi tajaajila…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen qajeelfama vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darban adabaman Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Shaashamannee dhaabbilee qajeelfama vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darban adabuu beeksise. Dhaabbilee qajeelfama…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa dhimmoota lamarratti murtee dabarse Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Bitootessa 26, 2012 (FBC) –Manni Maree Ministirootaa yaa’ii idilee 81ffaa har’a viidiyoo konfaransiin gaggeesseen dhimmoota lamarratti murtee dabarse. Manni marichaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hanqinni dhiyeessii oomishaa akka hin mudanneef hojjetamaa jira – Injiinar… Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sababa weerara vaayrasii koroonaan hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuu itti aanaan Kaantibaan…