Ispoortii Tootanhaam shaampiyoons liigii Awrooppaa ala ta’e Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) – Tapha mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaa eda galgala gaggeeffameen Tootanhaam mo’atame. Eda galgala sa’aatii 5:00 eegalee…
Waajabila Faanaa Lammiileen Yuugaandaa talaallii sobaa vaayrasii koroonaa namootaf laatan to’annoo jala oolan Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC)- Lammiileen Yuugaandaa talaallii sobaa vaayrasii koroonaa namootaf laatan to’annoo jala ooluu poolisiin biyyatti beeksiseera. Yuugaandaatti hanga…
Oduu biyya keessaa Meeshaan waraanaa daddabarsitootan gara Ityoophiyaa gale to’atameera Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Meeshaan waraanaa garee daddabarsitoota idil addunyaatin gara Ityoophiyaa gale to'atameera. Meeshaan waraanichaa garee daddabarsitoota…
Oduu biyya keessaa Qaamolee haasaa jibbiinsa tamsaasanirratti tarkaanfiin fudhatamuu qaba- paartilee siyaasaa Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitoottessa 1, 2012 (FBC) - Qaamoolee haasaa jibbiinsa tokkumaa lammiilee Ityoophiyaa laaffisan tamsaasanirratti mootummaa tarkaanfii fudhachuu qaba jedhan hoggantoonni paartilee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa damee oomishaa fi ijaarsarratti bobba’an waliin mari’ate Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa damee oomishaa fi ijaarsarratti bobba’an waliin mari’ate. Abbootiin qabeenyaa damee oomishaa fi…
Oduu biyya keessaa Paarkii Tokkummaatti, bakki jireenyaa bineensotaa daawwiif banaa ta’e Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) –Paarkii Tokkummaatti, bakki jireenyaa bineensotaa daawwiif banaa ta'e. Bakkichi har'aa eegalee daawwidhaaf banaa ta'uun ibsameera. Bineensota…
Biiznasii Dhaabbanni Raashiyaa “X5” oomisha abaaboo Ityoophiyaa bituufi Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – "X5" oomisha abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Raashiyaatti erguufi. Dhaabbanni Raashiyaa oomisha nyaataa gurguruun beekamu "X5", oomisha abaaboo…
Idil Addunyaa Haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jigee ture sa’aatii 52 booda lubbuun argaman Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Chaayinaatti haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jige sa’aatii 52 booda lubbuun argamuun ibsame.…
Fayyaa Roobootiin dhiitoo huuba qoonqoo adda baasu yaalii taasise Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Chaayinaatti namoonni vaayrasii koroonaatif akka hin saaxilamneef roobootiin dhiitoo huuba qoonqoo adda baasu yaalii taasiseera. Wayita ammaa…
Oduu biyya keessaa Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera. Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa kaartaa…