Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw dura taa’aa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti hoggansa sodaa balaa cimsuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 26 laate Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti bulchiinsa hoggansa sodaa balaa cimsuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 26 laate. Deeggarsichi naannoo…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Aliis Oolbiraayit waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoji raawwachiistuu olaantuu Tumsa Barnootaa Idil Addunyaa Aliis Oolbiraayit waliin mari'atan. Tumsi…
Oduu biyya keessaa Aadde Natsaannat Asfaaw boqatan Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Aadde Natsaannat Asfaaw boqatan. Aadde Natsaannat 1970n keessa gaazexeessituu Raadiyoo Jarman ta'uudhan tajaajilaniiru. …
Oduu biyya keessaa Sirna bulchiinsa geejibaa qindaa’aa hojiirra oolchuuf waliigalteen mallattaa’e Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Abbaan Taaytaa Geejibaa Federaalaa fi Inistiitiyuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii waliigaltee sirna bulchiinsa geejibaa qindaa'aa mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffatan Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffatan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI booru walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa… Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa ni gaggeessa. Walga'ichaanis murteewwan…
Oduu biyya keessaa Naannoon Afaar miseensota humna addaa leenjisaa ture ebbisiise Wabi Fufa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Naannoo Afaar miseensota humna addaa leenjisaa ture ebbisiise. Koomishinichi miseensoota humna addaa baatii afuriif…
Idil Addunyaa IGAD yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffate Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa(IGAD) yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffate. Barreessaa…
Teeknooloojii Jilli deeggartoota barnootaa idila addunyaa Finfinnee gale Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Jilli deeggartoota barnootaa idila addunyaa daawwaannaa hojii guyyoota sadiif har’a Finfinnee galeera. Ministirri Ministeera Barnoota…