Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen, xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota shanii of harkaan…
Ambaasaaddaroonni xalayaa muudamaa isaanii preezdaant Saahilawarq harkaan ga'an, ambaasaaddara Sriilaankaa, Aljeeriyaa, Vaatikaan, Uraagwaayii fi Kooriyaa Kaabaati.
Preezdaant Saahilawarq…