Paartichi lammiilee yaada moo’ataatti amanan uumaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa lammiilee biyyasaanii jaallatan, hiyyummaa injifatan, birmadummaa biyyaa eeganii fi yaada moo'ataatti amanan uumurratti bal’inaan…