Bu’uuraalee misoomaa chaarjii konkolaattota elektirikii babal’isuuf waliigaltee…
Finfinnee, Mudde 7, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa Dhaabbata Chaayinaa "Power Grid" jedhamu waliin inarjiifi kenniinsa tajaajilaa irratti tumsaan hojjechuuf waliigalan.…
Minisira Muummee Hindii Naareendiraa Moodii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simachuu kootti…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Minisira Muummee Hindii Naareendiraa Moodii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simachuu kootiin gammadeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’a gaggeesse ifoomseera.
Baankiileen 13 adeemsa caalbaasichaarratti kan hirmaatan yoo ta’u,…
Itiyoophiyaan taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa 5ffaa akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa 5ffaa akka qopheessitu filatamteerti.
Taphoota Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaa Angoolaa Magaalaa…
Jireenya Dargaggootaa fooyyeessuuf Aadaa hojii jijjiiruu…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Aadaa hojii jijjiiruun jiruu fi jireenyaa Dargaggootaa fooyyeessurratti xiyyeeffachuun barbaachiisaadha jedhan Hoggantuun Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii…
Yuukreen Ameerikaa waliin marii nageenyaa haaraa taasisuufi
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Yuukreenii fi Ameerikaan xumura torbee kanaa marii nageenyaa haaraa taasisuufi jedhame.
Mariin haaraan kun Ameerikaatti kan mari’atamu ta’uu Keev poosti…
Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojjii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700 ol fayyadamoo taasiseera jedhan Ministirri Ministeera…
Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha – Obbo Hayiluu…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha jedhan Qindeessaa Olaanaafi Too’ataa Galmee Eeenyummeessaa Diijitaalaa obbo…
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Sulultaa dhaddacha dhagahaa halaalaa tajaajilaaf banaa taasise
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) –Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Sulultaa kenna tajaajila abbaa seerummaa mirkaneessuuf dhaddacha dhagahaa halaalaa (Viidiyoo konfiraansii) tajaajilaaf banaa…