Waltajjiin Marii ‘Milkaa’ina Miidiyaa Ijaarsa Seenessaaf’ jedhu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Waltajjiin Marii 'Milkaa’ina Miidiyaa Ijaarsa Seenessaaf' jedhu Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.…