Ispoortii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame. Peeppi Gaardiyoolaan taphoota…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman eebbaaf qophaa’uu Paartii Badhaadhinaa damee…
Oduu biyya keessaa Seenessa dhugaa Afrikaa ijaaruu fi eenyummaa Afrikaa uumuuf… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtota miidiyaa hawaasaa Afrikaa tokkummaa ardiilee ijaaruuf tarkaanfii tarsiimoodha jedhan hoji gaggeessaan Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa guddina diinagdee biyyaa keessatti gahee olaanaa bahachaa jiru… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Sagantaan maaddii guutuu tattaaffii qindoomaa mootummaa fi ummaataan hojirra oole jireenya lammiileerratti jijjiirama qabatamaa fideera. Sosochiin…
Oduu biyya keessaa Meekaanaayizeeshiniin Qonnaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf bu’ura Tsehay Guluma May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) - Meekaanaayizeeshiniin qonnaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuufi oomishaafi oomishtummaa dabaluun bu'aa olaanaa agarsiisaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate… Sifen Megersa May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa bifa dhugaa fi seenessa Afrikaa sirrii addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa’amaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin damee miidiyaa dirree diimokiraasii waliin walsimsuuf fudhanne ijaarsa biyyaaf bu’uura… Ayana Dheressa May 7, 2026 0 Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Waggoottan saddettan darban keessa tarkaanfiin damee miidiyaa dirree diimokiraasii waliin walsimsuuf fudhanne…
Oduu biyya keessaa Riifoormii mootummaan gaggeesseen ENA’n lammaffaa dhalate jechuun ni danda’ama- obbo Sayifee… Ayana Dheressa May 7, 2026 0 Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Riifoormii mootummaan gaggeesseen Tajaajilli Oduu Itiyoophiyaa (ENA)’n lammaffaa dhalate jechuun ni danda’ama jedhan Hojii Gaggeessaa Olaanaan dhaabbatichaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jijjiiramaa riifoormii Miidiyaa gadi fageenyaan gaggeesseera – Haayimaanoot… Ayana Dheressa May 7, 2026 0 Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Mootummaan jijjiiramaa riifoormii Miidiyaa gadi fageenyaan gaggeesseera jedhan Daayrektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Haaymanoot…
Teeknooloojii Mootummaan naannichaa diinagdee cimsuufi sirna cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo… Ayana Dheressa May 7, 2026 0 Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa diinagdee cimsuufi sirna cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Af-yaa’ii Itti aanaan Caffee Oromiyaa obbo Eeliyaas…