Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf qophii dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii…
Finfinnee, Mudde 6, 2018 (FMC)- Filannoon biyyaalessaa marsaa 7ffaan karaa naga qabeessaafi dimookiraatawaa ta’een akka gaggeeffamuuf dhaabbileen nageenyaafi tasgabbii qophii eegalaniiru…