Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaa abdii dhaloota egeree Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan biyya guddoo seenaa ishee keessatti dameewwan garaagaraan injifannoowwan addunyaafi Afrikaaf fakkeenya ta’an galmeessistedha. Nageenya…
Teeknooloojii Nageenya Biyyaalessaa irraa hanga Misooma Indaastiriitti Yonatan Birhanu Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Jaarraa 21ffaa keessatti ciminni ittisa biyya tokkoo baay’ina waraanaa ykn meeshaalee waraanaa bitattuun qofa hin madaalamu. Itiuoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa abdii ifaa biyyattiif kan fiduu dha – Jiraattota… Yonatan Birhanu Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa abdii ifaa biyyattiif kan fidu dha jedhan jiraattonni Magaalaa Finfinnee. Jiraataan magaalattii Obbo…
Oduu biyya keessaa Mariisistoonni qooda isaanii haalaan bahachaa jiru- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa Ayana Dheressa Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018(FMC)- Mariisistoonni keenya qooda isaanii haalaan bahachaa jiru jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ar’aayaan. Piroofeesar…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban riifoormii damee hedduu gaggeeffameen bu’aaleen galmaa’an- Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC)- Waggoottan darban riifoormii damee hedduu gaggeeffameen bu’aalee gaariin galmaa’aniiru jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Oduu biyya keessaa Himannaa irra deddeebii Ijiptii fi mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf… Yonatan Birhanu Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Ijipti mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf qabdu cabsuun, waa’ee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa fi itti fayyadama…
Teeknooloojii Faayidaa Varsi maalidha? Ayana Dheressa Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan damee diijitaalaan tajaajiloota mootummaa, diinagdeefi hirmaannaa lammiilee ammayyeessuuf ce’umsa diijitaalaa taasisaa jirti.…
Oduu biyya keessaa Misoomni Afrikaa qulqullina irratti kan hundaa’e akka ta’uuf sirni safartuu murteessaadha- Dooktar… Ayana Dheressa Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018(FMC)- Misoomni Afrikaa qulqullina irratti kan hundaa’e akka ta’uuf sirni safartuu murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Ashaaraa Magariisaa fi Hirmaannaa Qaama Miidhamtootaa Yonatan Birhanu Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29. 2018(FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guutummaa biyyaalessaatti hojiirra oolaa jiru hirmaannaa qaamolee hawaasaa hundaan dhugoomaa jira. Bayaan shaafii jiraata…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umurii Waggaa 20 Gadii 21ffaan har’a jalqabama Yonatan Birhanu Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umurii waggaa 20 gadii marsaa 21ffaan har'a Ameerikaa, Oriigantti ni jalqabama. Shaampiyoonicharratti…