Oduu biyya keessaa Imala Sirna Diimokiraasii Cimsuu Ayana Dheressa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan gaggeessuun hordofee boqonnaa murteessaa mootummaa haaraa hundeessuuf ishee dandeessisu irratti…
Oduu biyya keessaa TelevizhiniinTigraay tamsaasa irraa dhorkame Yonatan Birhanu Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) — Abaan Taayitaa Miidiyaalee ITiyoophiyaa Televiizyina Tigiraay tamsaasa irraa dhorkuu beeksise. Abbaan taayitichaa ibsa Faanaa Dijiitaaliif ergeen…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin Ulaa Galaanaa carraa dhaloota dhufuu murteessudha! Sifen Megersa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Ulaan Galaanaa Itiyoophiyaaf madda guddina diinagdee, wabii nageenyaa, humna dippiloomaasii fi bu’uura biyya cimtuu ijaaruuti. Ulaa galaanaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni Itiyoophiyaan oomisha qamadii irratti galmeessiste biyyoota Afrikaaf fakkeenya Ayana Dheressa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019(FMC)- Bu’aa Itiyoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti oomisha qamadii irratti galmeessiste biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya ta’uun ibsameera. Korri…
Oduu biyya keessaa Imala Olka’iinsaa Itiyoophiyaa fi milkaa’inoota Galmaa’an: Yonatan Birhanu Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11,2019(FMC) – Itiyoophiyaan sakaallaa rakkoolee walxaxoo barootaaf boodatti ishee hambisanii kutachuun tulluu olka’iinsaatti olbaatee mul’achuuf imalli Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Damee Qonnaa Waadaa Gochaan agarsiise! Sifen Megersa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Dameen qonnaa bu’uura dinagdee fi jireenya uummata Itiyoophiyaa keessaa isa ijoodha. Imalli Itiyoophiyaan nyaatan of danda’uu fi birmadummaa nyaataa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa nageenya galaana diimaarratti Gamtaa Awurooppaa fi Mootummoota Gamtoomanii waliin… Tsehay Guluma Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) - Gamtaan Afrikaa, Gamtaan Awurooppaa fi Mootummoonni Gamtoomanii nagaaf tasgabbii naannawaa Ganfaa Afrikaa fi nageenya galaana diimaarratti marii gamsadee…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 592 gara biyyaa… Ayana Dheressa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019(FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 592 gara biyyaa deebi’an jedhe Ministeerri Dhimma Dubartootaafi…
Oduu biyya keessaa Dippilomaasii Itiyoophiyaa addunyaa jijijjiiramaa keessatti Yonatan Birhanu Sep 20, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) - Itoophiyaan gama tokko qofaan utuu hin daangeffamin humnoota idil-addunyaa addaa addaa waliin hariiroo dippiloomaasii qabdu tooftaan waliin madaaltee…
Ispoortii Maanchister Siitii fi Liivarpuul morkattoota isaanii injifatan Yonatan Birhanu Sep 20, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) – Torbee 5ffaa Piriimiyer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitii fi Liivarpuul morkattoota isaanii injifataniiru. Maanchister Siitiin dirree isaa…