Magaalaa Aggaarootti sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 27, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaa, Magaalaa Aggaarootti sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.
Sagantaan guutuu biyyaatti guyyaa tokkotti…