Ispoortii Maanchisteer Yuunaayitiid vs Liivarpuul… Tsehay Guluma May 3, 2026 0 Finfinnee, Ebla 25, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaan Maanchister Yuunaayitiid dirree isaa Ooltraafoorditti Liivarpuul ni keessummeesa. Tapha har’a…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Fuulhaam Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) –Arsenaal Fuulhaam injifachuun garaagarummaa Maanchiister Siitii waliin qabu gara qabxii 6tti bal'ifate. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa…
Oduu biyya keessaa Sochiifi ga’umsa hojiilee misoomaafi bulchiinsaa naannoo keenyaa dagannaa malee hordofna- Obbo… Yonatan Birhanu May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMc) - Pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Qimbibiititti hojiilee misoomaa adda addaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Fiigicha daandiirraa kiilomeetira kuma 5 Tajaajila Tola ooltummaa Zaayid boru geggeeffamuuf… Yonatan Birhanu May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMC) - Ka'umsaa fi ga'umsa isaa Addabaabaayii Masqalaa kan godhate fiigichi daandii irraa kiilomeetirra 5 Tajaajila Tola-ooltummaa Zaayid Fubaay, Niwuuyoork,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jijjiirramoota caasaawaa badhaadhina biyyaalessaa ariifachiisan milkaa’inaan… Yonatan Birhanu May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Mootummaan ajandaawwan waaraa irratti xiyyeeffachuun jijjiirramoota caasawaa badhaadhina biyyaalessaa ariifachiisan milkaa'inaan raawwachaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin idil-addunyaa qorannoo bunaa gaggeeffamaa Jira Yonatan Birhanu May 2, 2026 0 Finfinnee, Eebla 24, 2018 (FMC) – Yaa'iin idil-addunyaa qorannoo bunaa mata-duree “Maasii irraa hanga gabaa idil-addunyaatti” jedhuun Yuunivarsiitii Boongaatti gaggeeffamaa jira. Yaa'ii…
Oduu biyya keessaa Oomishaalee biyya alaa irraa galan kan biyya keessaan bakka buusuun of danda’uuf kutannoon… Yonatan Birhanu May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Oomishaalee biyya alaa irraa galan oomisha biyya keessaan bakka buusuun of danda'uuf hojiiwwan damee kanaan eegalaman caalaatti cimsuun akka barbaachisu…
Biiznasii Geejjibni Galaanaa fi Loojistiiksii galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 17 argate Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiiksii Itiyoophiyaa baatiwwan saglan darban keessa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 17 argadhe jedhe. Dhaabbatichi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad oomisha Seelii Soolaaraa Goobaz Zoonii Diinagdee Addaa Huuwaajiiyaan keessatti… Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad oomisha Seelii Soolaaraa Goobaz Finfinnee Zoonii Diinagdee Addaa Huuwaajiiyaan keessatti argamu daawwataniiru.…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bu’aa Birrii biiliyoona 54.5 argate Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018(FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa baatiwwan salgan darban keessaa bu’aa Birrii biiliyoona 54.5 argateera. Baankichi gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa…