Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru. Wiiliyaam Ruutoon…
Idil Addunyaa Biriiteen Raashiyaa fi Yukireen gidduutti nageenyi waaraa akka uumamu hojjechaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Biriiteen waraana waggoota lamaaf Raashiyaa fi Yukireen gidduutti gaggeeffamaa ture xumuruun nagaa waaraa gidduu isaaniitti uumuuf hojjechaa akka jirtu…
Teeknooloojii Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Diijitaala Biyyaalessaa Appilikeeshinii haaraa ifoomse Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Diijitaala Biyyaalessaa Moosaajii Moobaayilaa Faayidaa Diijitaal haaraa ifoomseera. Appilikeeshiniin kun tajaajiloota…
Oduu biyya keessaa Murtoowwanii fi kallattiiwwan yaa’ichaan kaa’aman galma akka ga’an gurmaa’innii fi miseensonni gahee… Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Murtoowwanii fi kallattiiwwan yaa’ichaan kaa’aman galma akka ga’an gurmaa’inni fi miseensonni Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee federaalaa gahee olaanaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musliimaa dhimmoota biyyaarratti gahee isaanii bahachuu qabu-Mana Marichaa Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Hawaasni Musliimaa, dhimmoota biyyaa gama siyaas-diinagdee fi hawaasummaan gahee isaanii bahachuu akka qaban Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa…
Fayyaa Naannoolee Oromiyaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa hir’achaa jiraachuun… Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 ( FMC) - Naannoo Oromiyaatti sosochii busaa balleessuu gaggeeffameen tatamsa’inni dhibichaa hir’achuu Hogganaa Itti Aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Interpiraayizoota oomishaan lammiilee kuma 60 fi 320’f carraan hojii uumamuun ibsame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Interpiraayizoota oomishaan lammiilee kuma 60 fi 320’f carraan hojii uumamuu Misoomni Interpiraayizii Itiyoophiyaa beeksise. Hoji Raawwachiisaan…
Uncategorized Ministirri Haqaa Rippaabliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaaf Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Haqaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. He Rong jila isaanii waliin wayita buufata…
Oduu biyya keessaa Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Antooniyoo…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa… Tsehay Guluma Feb 12, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa taasisaa jiraachuu Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii…