Oomishaalee biyya alaa irraa galan kan biyya keessaan bakka buusuun of danda’uuf kutannoon…
Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Oomishaalee biyya alaa irraa galan oomisha biyya keessaan bakka buusuun of danda'uuf hojiiwwan damee kanaan eegalaman caalaatti cimsuun akka barbaachisu…