Dhaabbileen hoggansa cimaa qaban dorgomaa cimaa ta’u- Dooktar Iyyoob Takkaalinyi
Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Dhaabbileen hoggansaa fi bulchiinsa cimaa qaban sodaa maksuun dorgomaa cimaa ta’u jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi.…