Koollejjiin Fayyaa Barkumee Hospitaala Qulqulluu Phaawuloos barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Koollejjiin Fayyaa Barkumee Hospitaala Qulqulluu Phaawuloos barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture 312 marsaa 12ffaaf eebbisiiseera.…