Oduu biyya keessaa Ayyaanni shuwaaliid haala ho’aan kabajamaa jira Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) - Ayyaanni shuwaaliid hoggantoonni naannichaa fi federaalaa bakka argamanitti haala ho'aan kabajamaa jira. Gartuuwwan aadaa Sabaafi sablammoota…
Oduu biyya keessaa Riifoormii tajaajilaafi bulchiinsaa hojiirra oolchuuf kutannoo olaanaan hojjetamaa jira- Obbo Adam… Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Sadarkaa biyyaalessaatti riifoormii tajaajilaafi bulchiinsaa hojiirra oolchuuf murannoo olaanaan hojjetamaa jira jedhan sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Ispoortii Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 boru gaggeeffama Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame. Fiigichicha, Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaatti fi Magaalaan…
Fayyaa Xannachi Kiiloogiraamni 26 tajaajila baqaqsanii yaaluun haadha tokko keessaa bahe Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Hoospitaala Riiferaalaa Yuunivarsiitii Ambootti xannachi kiiloogiraama 26 ulfaatu tajaajila baqaqsanii yaaluun haadha tokko keessaa bahuu…
Oduu biyya keessaa Dudhaalee hawaasummaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa Ayyaanni Shuwaaliid tokko- Salaamaawit Kaasaa Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Dudhaalee hawaasummaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa Ayyaanni Shuwaaliid tokko ta’uu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Ispoortii Arsenaal Eevartan waliin qabxii qooddate Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingilaand torbee 31ffaan Arsenaal Eevartan waliin qixa bahe. Arsenaaliif galchii dursummaa Liyaandiroo Tiroosaard yoo galchu,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan… Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan gahuu akka danda’e Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barii jijjiiramaarraa…
Oduu biyya keessaa Misooma sululaa irraa fayyadamoo taaneerra – Jiraattota Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) - Godina Harargee Bahaa aanaa Baddannootti hojiin misooma sululaa waggoottan darban keessa hojjetaman naannawichi bakka duraaniitti akka deebi'u…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi mana barumsaa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalame Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ijaarsi mana barumsaa idileen duraa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalameera. Manni barumsichaa Jibuutiitti Ambaasaaddarri…