Jiidhinsi giddugaleessi Baatii Amajjii keessa jiraatu qabeenya Bishaaniif faayidaa qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Jiidhinsi giddugaleessi Guyyoottan 11 itti aanaan keessa jiraatu qabeenya Bishaaniif gumaacha olaanaa kan qabu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…