Obbo Geetuun Aanaa Beddelleetti hojii misooma baala shaayii halkan hojjetamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Hoggaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti hojii misooma baala shaayii halkan hojjetamaa jiru…