Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Invasteroota Jaappaaniif mijattuu ta’uu ibsame Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Invasteroota Jaappaaniif mijattuu ta'uu hirdofee Dhaabbileen adda addaa misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti hirmaachaa…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa biyyaalessaa ijaaruun sirna siyaasaa tasgabbaa’aa ijaaruuf dandeessisa –… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Tokkummaa biyyaalessaa ijaaruun sirna siyaasaa tasgabbaa'aa fi Guddina diinagdee cimaa ijaaruuf murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Miseensoota WBO daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekamtii kennuu… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Miseensoota Waraana Bilisummaa Oromoo daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekamtii kennuu gaggeeffameera. Garaagarummaa siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaambuutti dhimmoota nageenyaafi misoomaarratti Dargaggoota waliin mariin gaggeeffamaa… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi fayyadamummaa dargaggootaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuun…
Idil Addunyaa Mirgoota Namoomaaf dursa kennuun shororkeessummaarratti duuluun barbaachisaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Mirga namoomaa fi olaantummaa seeraaf dursa kennuun haaloota shororkeessummaa cimsan furuuf hojjechuun kan barbaachisu ta’uu Itti Aantuun Barreessaa…
Biiznasii Hidha Haaromsaa Guddicharraa oomishni Qurxummii Tooniin kuma 1 fi 900 ol argame. Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Hara namtolchee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaarrraa Oomishni Qurxummii tooniin Kuma 1 fi 950’n argamuu Biiroon Qonnaa Naannoo Beenishaangul Gumuz…
Oduu biyya keessaa Fooramiin waliigaltee biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)-Fooramiin waliigaltee biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuun ibsame. Fooramichi ji’a ji’aan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataan kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Olaanoo Baankii Bu’uuraalee Misoomaa fi Invastimantii Eeshiyaa… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Olaanoo Baankii Bu’uuraalee Misoomaa fi Invastimantii Eeshiyaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Gamtichi dhaggeeffatamummaa Ardichaa guddisuuf humna Maallaqaa isaa cimsachuu qaba jedhame Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)- Gamtaan Afrikaa dhaggeeffatamummaa Ardichaa guddisuuf humna maallaqaa isaa cimsachuun akka qabu hayyoonni damichaa ibsan. Miseensonni gamtichaa madda…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaa Turkitti mudateen lubbuu namootaa darbeef mootummaan Itiyoophiyaa gaddi itti… Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) - Turki bulchiinsa Booluutti Balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 66 yoo darbu, namoota 51 oliirra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsameera. Balicha hordofee…