Hirkattummaa roobaarraa gara waggaatti yeroo lama sadii oomishuu…
Itiyoophiyaan biyya kuufama qabeenya bishaanii fi lafa qonnaaf ta’u guddaa qabdu taatus dameen qonnaa ishee waggoottaniif rooba irratti kan hirkatee fi rakkoolee hongeefi wabii midhaan…