Aadde Adaanech hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru.
Aadde Adaanech daawwannichaan booda…