Oduu biyya keessaa Dhamaatii har’aa bu’aa boriif – TKM Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, guyyaa Egeree fi jala bultii bara haaraa ilaalchisee ergaa baga geesanii dabarseera. Bori abdii, hawwii…
Oduu biyya keessaa Dhamaatiin har’aa egeree fooyya’aaf – Obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaan Qaammee 5, Guyyaa Egeree sababeeffachuun ergaa dabarsaniru. Dhaloonni Ida'amuu Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaanaa bara haaraa sababeeffachuun Maaddii qoodan Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) -Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaanaa bara haaraa sababeeffachuun lammiilee qaroo dhabeeyyii waldaan Kiristaanummaa Barxaamiyoos deeggarsa taasisuuf…
Oduu biyya keessaa Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa ittiin ilaallatan ifooman Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Karaaleen qabxii qormaata kutaa 12ffaa 2016 ittiin ilaallatan ifoomaniiru. Qabxii qormaatichaa har’a Qaammee 4, 2016 halkan keessaa sa’aatii 6:00 irraa…
Ispoortii Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtiin kenname Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Naannoon Beenshaangul Gumuz Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtii fi badhaasa kenneera. Waltajjii beekkamtii fi badhaasa kanarratti Atileet Tsiggeef…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.5 taasise Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Giddugala Kunuunsa Maanguddootaa fi Dhibamtootaa Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.5…
Oduu biyya keessaa Daneessuumman, tokkummaa utubee walooma keenya kan dhugoomsedha-Afyaa’ii Caffee Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Hoggantoonni fi Hojjettoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qaammee 4, guyyaa daneessummaa mata duree "Daneessummaa keenya tokkummaa fi nageenya waaraaf!"…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 36 fi 409 qormaata darbaniiru-MB Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata Biyyaleesaaa Kutaa 12ffaa fudhataan keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 (%5.4) darbuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwatan Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwataniiru. Magaalichatti hojiin misooma…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti Boottee Boba’aa fe’erra balaa mudateen lubbuun namoota 50 olii darbuu ibsame Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaa Kutaa bulchiinsa Kaabaatti Bootteen Boba’aa fe’e Konkolaataa horii fe’e tokko waliin walitti bu’uun lubbuu namoota 50 olii galaafachuu…