Xiyyaarri rakkoon teeknikaa isa mudate daqiiqaa 30 booda deebi’ee qubate – Daandii…
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Itiyoophiyaa Finfinneerraa gara Dubaayi imala eegalee ture rakkoo teeknikaa isa mudateen daqiiqaa 30 booda deebi'uun qubachuu Daandiin Qilleensaa…