Sirna cimaa ijaaruuf barnootaa fi teeknooloojii cimsuun murteessaadha- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Sirna cimaa ijaaruuf barnootaa fi teeknooloojii guddisuun murteessaa ta'uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…