Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Azaarbaajaan galan Tsehay Guluma Nov 11, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa COP 29ffaarratti hirmaachuuf Azaarbaajaan galaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo biyyoota Afrikaa adda addaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf marii taasiifte Sifen Megersa Nov 11, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’ataniiru. Dooktar Geediyoon,…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan Sabdaneessummaa Waliigaltee Biyyaalessaa malee hin milkaa’u-Obbo Agaanyaw Tashaagar Tsehay Guluma Nov 11, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) –Tokkummaan Sabdaneessummaa waliigaltee biyyaalessaa malee hin milkaa’u jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Agaanyawu Tashaagar. Guyyaa sabaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon gita isaanii Mooriitaaniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 11, 2024 0 Finfinnee, Sdaasa 2, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Mooriitaaniyaa Mahaammad Saaleem Ood Marzaawug waliin mari’atan.…
Uncategorized Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 294 olitti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Nov 11, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Meeshaaleen Kontiroobaandii Biirri miiliyoona 294 olitti tilmaaman to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksise. Komishinichi hordoffii fi to’annoo…
Uncategorized Hospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota barsiisaa ture 317… Debela Tadesse Nov 10, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Hospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota Ogummaa Fayyaan digirii 3ffaa, digiirii 2ffaa fi digirii jalqabaan barsiisaa…
Uncategorized Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Fooramii Tumsa Raashiyaa Afrikaarratti hirmaatte Debela Tadesse Nov 10, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Fooramii Tumsa Raashiyaa Afrikaarratti hirmaatte. Yaa’icharratti, Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Uncategorized Qabeenya Umamaa jiru misoomsaa Itiyoophiyaa ni guddisna-Obbo Awwal Arbaa Debela Tadesse Nov 10, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Qabeenya Uumamaa jiru gara misoomaatti jijjiiruun Itiyoophiyaa ni guddisna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Keessumaa bakkeewwan…
Uncategorized Hojiin haaromsaa fi babal’isa Hospitaala Poolisii Itiyoophiyaa xumurame Debela Tadesse Nov 10, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Hojiin haaromsaa fi pirojektii babal’isa Hospitaala Poolisii Itiyoophiyaa xumuramuun tajaajilaaf baname. Hospitaalli Poolisii Itiyoophiyaa waggoota 61…
Uncategorized Mul’atni keenya badhaadhinaan kan hogganamudha-Obbo Adam Faaraah Debela Tadesse Nov 10, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- Mul’atni keenya badhaadhinaan kan hogganamuudha jedhan Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…