Biiznasii Tajaajilichi abbaa carraa miiliyoona 20 badhaase Sifen Megersa Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tajaajilli Lootarii Itiyoophiyaa abbaa carraa miiliyoona 20 badhaaseera. Tajaajilichi Qaammee 5, 2016 carraa baheen abbaa carraa 1ffaa miiliyoonni…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti rakkoowwan hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Rakkoowwan hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjataa jiraachuu Yuuniyeeniin Jimmaa beeksiseera. Yuuniyeenichi oomishaalee qonnaa bunaafi kanneen…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota ijoo sadarkaa maatitti milkaa’uu qaban kudhan qabatee jira… Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota ijoo sadarkaa maatitti milkaa’uu qaban 10 qabatee hojjetaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa ‘Air Bus’ Tumsa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsee itti fufuf fedhii qabaachuu ibse Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC)- Dhaabbanni ‘Air Bus’ tumsa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin Idil Addunyaa Dhaabbatichaa Wutar…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Faayidaa biyyaalessa Itiyoophiyaa eegsisuuf ga’umsa olaanaa qaba-… Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf ga’umsa amansiisaarra jiraachuu Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Mana Maree Ministiroota Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Sirni baniinsa walga’ii Mana Maree Ministiroota Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 15ffaan gaggeeffamaa jira. Pireezidaantii FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa ture xumurame Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa waltajjii marii Ajandaa walitti qabuu Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti gaggeessaa ture xumureera.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen riifoormii Poolisiin Finfinnee hojjete bu’aa qabeessa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee bara baajata 2016 akka dhaabbataatti hojiileen jijjiiramaa hojjetaman bu’a qabeessa ta’uu ibseera. Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa mirkaneessuu fi hiyyummaa hir’isuuf naannawaan Daldala Bilisaa murteessadha… Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) –Wabii nyaataa mirkaneessuu fi hiyyummaa hir'isuuf naannawaan Daldala Bilisaa murteessaa ta'uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee ibsan.…
Oduu biyya keessaa Giddugallii Leenjii Loltootaa Huursoo Qondaaltoota Waraanaa Eebbisise Tsehay Guluma Nov 9, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Qajeelcha Olaanaa Leenjii Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli leenjii loltootaa Huursoo Qondaaloota waraanaa eebbisiseera. Sirna Eebbicharratti…