Hospitaala Waliigalaa Baatuutti Gadameessa dubartii tokkoo keessaa Xannachi Kiiloo Giraama 5 ulfaatu…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Hospitaala Waliigalaa Baatuutti Gadameessa dubartii tokkoo keessaa yaala baqaqsanii yaaluun Xannachi Kiiloo Giraama 5 ulfaatu bahuu ibsameera.…