Hojjettoonni boba’aa seeraan ala gurguran lama hidhaa cimaa fi maallaqaan adabaman
Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaa magaalaa Moojootti hojjetoonni raabsaa boba'aa karaa seeraan alaan utuu boba'aa buusanii qabaman lama hidhaa cimaa fi maallaqaan…