Jiraattonni Finfinnee duula biqiltuu dhaabuu boriirratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Finfinnee duula Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu boru gaggeeffamurratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate.
Kantiibaan…