Oduu biyya keessaa Misoomaa fi namummaa tajaajila tola ooltummaatiin… Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Tajaajilli Tola ooltummaan Itiyoophiyaa badhaate ijaaruu keessati qooda olaanaa qaba. Tajaajilli tola ooltummaa aadaa balaawwan uumamaa fi namtolchee waltumsuu fi yaaliif yaaduun guyyaa…
Oduu biyya keessaa Ijoolleen Itiyoophiyaa boqonnaa seenaa jijjiiruuf guyyoota lama qofatu hafe! Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Itiyoophiyaan Seenaa ishee bara dheeraa keessatti bu’aa bahii hedduu dabarsiteetti. Waraanni gaggeeffameera, mootummaan jijjiirameera, dhaloonni waljijjiireera. Baroota dheeraaf…
Ispoortii Shaampiyoonaa liigichaa Buna Sidaamaaf simannaan gootaa taasifame Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 kan ta’e Buna Sidaamaaf Magaalaa Hawaasaatti simannaan gootaa taasifameefira.…
Oduu biyya keessaa Nageenya lammiilee Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaa jiraatanii eegsisuun cimee itti fufa- Ministeericha Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Tattaaffiin nageenya lammiilee Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran eegsisuuf taasifamu cimee itti fufa jedhe Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ergaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Gamaaggama raawwii hojii Paartiifi Mootummaa kurmaana 4ffaa bara 2018'fi qophii tarsiimoo jalqaba raawwii karoora bara 2019 guyyaa har’aa jalqabneerra. Yeroon kun gulantaa seenaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan hojjennu yeroo gara yerootti milkaa’ina argamsiisaa jira – Obbo Kaffaaloo… Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Hojiiwwan hojjennu yeroo gara yerootti milkaa'ina argamsiisaa jira jedhan Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Hoggansi Badhaadhinaa guyya guyyaan milkaa’ina galmeessuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Hoggansi Badhaadhinaa guyya guyyaan milkaa'ina galmeessuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Raawwiin…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Rippaabilika Beeniin Finfinnee galan Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Rippaabilika Beeniin Roomuuwaaldi Waadaaginiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ittaanaan Ministira Muummee FDRI obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamuu eegale Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti guyyaa har'aa qoratamuu eegaleera. Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa bara 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabe Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabe jedhan Kantibaan magaalichaa Aadde…