Godinni waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Godinni Booranaa waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…