Oromiyaatti bara 2016tti namoonni miiliyoona 2 ol dhibee Busaan qabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2016tti namoonni miiliyoona 5.3 dhibee Busaa qorataman keessaa namoonni miiliyoonni 2 ol dhibichaan qabamuu Biiroon…