Oduu biyya keessaa IMF Itiyoophiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasise Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Boordiin Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Itiyoophiyaaf (IMF) dhiyeessii liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasiseera. Dhaabbatichi akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Roobiitti Walga’ii Ariifachiisaa Waame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Roobii Adoolessa 26, 2016’tti walga’ii ariifachiisaa waameera. Bu’uura Heeraa Mootummaa keeyyata 58 (4) fi Dambii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa gaggeessuuf qophiitti jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophii taasisaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Ispoortii Jilli Garee Kubbaa Miilaa Baarseloonaa Garee Machaal daawwate Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Jilli Ogeeyyii Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Baarseloonaa Garee Ispoortii Machaal daawwateera. Daawwanicharratti waa’ee hundeeffamaa Machaal, sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Xumuraa Gadda Biyyaalessaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa Ganda Keenchaa Shaachaa Goozdiitti balaa sigiga lafaan lammiilee lubbuun isaanii darbeef…
Oduu biyya keessaa Barattoota dhaabbilee barnootaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa fudhatan keessaa % 13 qofti darbuu… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa bara 2016 fudhatan keessaa % 87 qormaaticha kufuu isaanii Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Biiffaa keemikaalaaf xiyyaaronni bitaman tajaajilaa dabalataaf akka oolan waliigalame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Miinisteera Qonnaan xiyyaaronni biiffaa keemikaalaaf bitaman 5 tajaajila dabalataa akka kennaniif Koorporeeshinii Hojiilee Qonnaa fi ‘National Airways’…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa cimtuu ijaaruu keessatti gaheen Barsiisootaa olaanaadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa leenjii addaa ijaarsa dandeettii barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa gaggeeffameera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasise Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef kan ooluu deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6.8…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti balaa Sigiga lafaa fi guutinsa bishaanii mudateen lakkoofsi namoota du’anii 11… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti balaa Sigiga lafaa fi guutinsa bishaanii tasa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 11 gahuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…