Idil Addunyaa Ameerikaan qabiyyeewwan Finciltoota Huutii haleelte Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Ameerikaan qabiyyeewwan ficiltoota Huutii Yaman humna qilleensaan haleeluu ishee Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi beeksisan. Pirezidaanti Tiraampi…
Ispoortii Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa’oo galgala har’aa geggeeffama Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo galgala har'aa saa'a 1:30 irratti istaadiyeemii Wembileeyitti Liivarpuulii fi Niwukaasil Yuunaayitid gidduutti…
Ispoortii Dorgommii Maaraatoonii Se’uul Itiyoophiyaanonni injifatan Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii Maaraatoonii Se'uul saala lamaaniinuu Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Dorgommicha ramaddii dhiiraan Atileet Haftuu Takiluu saa'atii…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa guddichi fi dorgommiin Quraanaa har’a geggeeffama Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7,2017(FMC) - Sagantaan Afxiraa guddichii fi dorgommiin Qur'aanaa biyyaalessaa Mana Maree Isilaamummaa Ityoophiyaa Dilbata har'aa geggeeffama. Waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Afxiraa boru Finfinneetti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman… Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Poolisiin Magaalaa Finfinnee Sagantaa Afxiraa boru Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayittaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 15 darbe Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) -Godina Walaayittaa Aanaa Daamoot Wayideetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 15 darbuu ibsameera. Balichaan hanga ammaatti lubbuun namoota 15…
Oduu biyya keessaa ABUT gochawwan ummata rakkoo keessa galchan uumuurraa of qusachuu qaba – Paartii… Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - ABUT gochawwan ummata rakkoo keessa galchan uumuurraa of qusachuu akka qabu Paartiin Diimookraataawaa Tigraay hubachiise. Hoggantoonni Paartichaa haala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa… Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa…
Ispoortii Maanchiister Siitii 2 – 2 Biraayitan Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa galgala kana taphatameen Maanchiisteer Siitiin Biraayitan waliin galchii 2 qixa bahe. Taphoota…
Oduu biyya keessaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu poolisiin Godinichaa beeksise. Konkolaataan ISUZU jedhamu…