Dooktar Abiy Ministira Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saa'ud Arabiyaa Mootii Faayisal Biin Farihaan Al Saa'udii waliin mari'ataniiru.…