Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen namoota 32’f muudama Ambaasaaddarumma guutuu kennan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2019 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen namoota 32’f muudama Ambaasaaddarummaa guutuu kennaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen bu’uura Heera Mootummaa keeyyata 71, muraa 3 niin:-
1. Obbo Taaggasaa Caafoo
2. Obbo Aganyahu Tashaagar
3. Obbo Zaadiig Abrahaa
4. Ambaasaaddar Siraaji Rashiid Juundii
5. Ambaasaaddar Mallas Alem
6. Ambaasaaddar Antenahi Alamuu
7. Ambaasaaddar Zarihuun Abbabaa
8. Obbo Malaakuu Allebal
9. Dooktar Ergoogee Tasfaayee
10. Dooktar Sintaayehu Waldamikaa’eel
11. Dooktar Sammaa Xirunahi
12. Piroofeesar Masfin Aara’aa
13.Dooktar Kaasahuun Goofee
14. Dooktar Alamuu Simee
15. Obbo Addaam Tasfaayee
16. Obbo Amhaa Hayilagiyoorgiis
17. Obbo Saamu’eel Addis
18.Obbo Balaachoo Anshiisoo
19. Obbo Abbabaa Maabraatuu
20.Obbo Malaakuu Badhaadhaa
21. Aadde Ubaahi Mahaammad
22.Obbo Daani’eel Xankir
23. Dooktar Ambaayee Ogaattoo
24. Aadde Warqinash Birruu
25. Dooktar Yoonaas Adaayyee
26. Obbo Malaakuu Faantaa
27. Obbo Zyaanxiraar Abbay
28. Obbo Tamasgeen Xilahuun
29.Obbo Taaddasaa Nagiishoo
30. Obbo Zarihuun Magarsaa
31. Obbo Shimallis Addunyaa
32. Obbo Abdurramaan Jamaal Ambaasaaddar guutuu taasisuun muuduu isaanii ragaan Waajjirri Pireezidaantichaa Faanaa Diijitaaliif erge ni agarsiisa.