Oduu biyya keessaa Mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Mariisisummaa Pireezidaantii Turkii Reesiip Xaayiib Erdohaaniin Ankaaraatti gaggeeffamaa kan ture mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame.…
Oduu biyya keessaa Godinni Baale Bahaa pootenshaala Qonnaa, Turizimii fi albuudaa olaanaa qaba-Pireezidaanti Shimallis Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godinni Baale Bahaa pootenshaala Qonnaa,Turizimii fi albuudaa olaanaa qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Eerdohaan waliin mari’atan Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turki Reesip Xaayib Eerdohaan waliin dhimmoota gamlameerratti mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwatan Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwataniiru. Pirojektichi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraa daawwachaa jiru Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraaa daawwachaa jiraachuun ibsame. Godina…
Oduu biyya keessaa Hanga omisha bunaa waggaatti toonii kuma 500 ture dachaan guddisuun danda’ameera-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waggoota shanan darbanitti hojiiwwan omishtummaa bunaa guddisuuf hojjetamaniin hanga oomisha bunaa waggaatti toonii kuma 500 ture dachaan guddisuun…
Oduu biyya keessaa Jilli Hoggantoota olaanoo Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu godina Baalee Bahaatti hojiilee… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Jilli Hoggantoota olaanoo Mootummaa federaalaa fi Naannoo Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Baalee Bahaa Aanaa Daawwee…
Oduu biyya keessaa Aanaa Galaanitti lafti kana dura qotamee hin beekne Dhaabbata Qarcaansheen gara misoomaatti… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Gujii Lixaa aanaa Galaanitti lafti kana dura qotamee hin beekne Dhaabbata Qarcaansheen gara oomishtummaatti jijjiiramuu ibsameera. Lafti kun bakka oomisha…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoodha – Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Gaanaa filamaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan Debela Tadesse Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa ta'uun kan filaman Joon Mahaamaaf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy…