Oduu biyya keessaa Wixineen Labsii Taaksii Qabeenyaa ragga’e Debela Tadesse Jan 14, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa har’a gaggeesseen magaalota biyyattii hundatti kan hojiirra oolu Wixinee Labsii Taaksii Qabeenyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse Debela Tadesse Jan 14, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idile 41ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari'achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan: 1. Mootumman…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen damee dhuunfaan akka hogganamuuf tarkaanfii fudhatameen milkaa’inni galmaa’uun ibsame Debela Tadesse Jan 14, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Diinagdeen damee dhuunfaan akka hogganamuuf tarkaanfii fudhatameen jijjiiramni galmaa’aa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiretuun ibsan.…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Deenmaark waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Deenmaark Beeneediikteen waliin mari'ataniiru. Deeggarsa daa'immanii fi qulqullinaa barnootarratti tumsaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis, Poolkaagaamee waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Kiigaalitti Pireezidaantii Ruwaandaa Poolkaagaameen waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammuud daawwannaa Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanii… Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDR Dooktar Abiy Ahimad Itiyophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa kan turan Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammuud…
Oduu biyya keessaa Obbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon kan tajaajilaan nama jabaa turan… Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Obbo Bulchaa Dammaqsaan biyyaafi dhalootaaf dursa kennuun amanamummaa fi namuusaan tajaajiluu kan barsiisaan nama jabaa ta'uu Kaantiibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Ruwaandaa Kiigaalitti hojiilee misooma Daawwate Tsehay Guluma Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirra…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammud Finfinnee galan Tsehay Guluma Jan 11, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-. Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Hasan Sheek Mohaammud wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa eegale Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa har’a eegaleera. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni Olaanoon mootummaa biroon…